{"product_id":"hadurree-fayyistuu","title":"Hadurree fayyistuu","description":"Celesse, the healer cat, is a highly respected member of the neighborhood. As the mistress's favorite cat, she spends lazy days in the warmth of the house.\u003cbr\u003eOne snowy night a mother hare rushes in, desperate for help. Reluctantly, the healer cat travels with her through a nighttime snowstorm and biting cold winds. In a dark forest, Celesse comes face-to-face with a scary surprise and is forced to gather her powers for the first time in a while. \u003cbr\u003e---\u003cbr\u003eSeelas hadurree fayyistuun, kennaa isheetiin naannoo keessaati guudddaa kan kabajamtuu miiseensaa kan taate dha. Fedhii jaartii mana ishii iraatti hundooftee, yeroo ishiin hojii hi qabne mana ho'aa kessatii dabarsuu jaalatii. \u003cbr\u003eHaati illeettii gargaarsa gaafachuuf iyyaan naannoo jeeqti ture. Iyyi ishii yeroo dheeraa Seelasiin gargarsa akka ishii hin didne waan godheef, hadurree fayyistuun cabbii haalkaniin fi qorra nyaataa keessatii fudhattee baate. Dukkana bosonaa keessa, Seelasiin waan bay'ee wanta sodaachisu wajjin fuulaan waan walitti dhufteef jabina qabdu hunda sassaabachuuf dirqamtee turte.\u003cbr\u003eEdda deemsi haalkanii akka gaariitti raawwatee, bosona qorre qofaa osoo hin ta'iin onnee seelasiin illee bay'ee ho'isuuf aduun baate.","brand":"WickWick","offers":[{"title":"Default Title","offer_id":39777232683108,"sku":"9789523572300","price":19.95,"currency_code":"EUR","in_stock":true}],"url":"https:\/\/suomalainen-test.myshopify.com\/products\/hadurree-fayyistuu","provider":"Suomalainen Test","version":"1.0","type":"link"}